Afaan Oromoo Baradhaa 1.3

Licença: Livre ‎Tamanho do arquivo: 2.62 MB
‎Classificação dos usuários: 2.5/5 - ‎1 ‎Votos

É o aplicativo Mobile usado para ensinar como qualquer corpo através do mundo pode ler, escrever e falar Afan Oromo de forma gramatical. Para que essa aplicação tenha seu grande papel para o desenvolvimento da Linguagem Afan Oromo.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Quênia sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa: AFAAN MALLATTOO DHA!

história da versão

  • Versão 1.3 postado em 2016-06-17
    Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.

Detalhes do programa